ABOn konyaa Sweden Sadaasa 12/ 2016,FXG, waggaa tokkoofi demaa jiru sabebeffachun Hawasa Oromoo Biyaa Sweden mari’aachisufi qophii xumarata jira. Akeeki qophii kanaas yeroo amma ummati Oromoo qabsoo bilisummaa fi walabummaa tasissa jiru, fixaan baasufi maal gochuun nurra eegamma kan jedhufi, warra qabsoo kana irratti waregaman yadachun taha. Mariin hawasaa kunis haala amma deemaa jiru yaada keessa galchuun kaayyoo ABO fi saba keenya ibsu yaalla. Akkasumas sabi keenya qabsoo kana xumuraa itti gochuufi waregama lubbuu kumataman baasa jiru, WBO jabbessuun ala filanoo biraa akka hin jire beekuun, hawaasi Oromoo biyaa ambaa jiru qooda isaa beekkun gummacha irraa barbaadamuu tasisun, yeron isaa ammaa jenna. Saganta qophii kana fi galmaa iddoo qophiin kun itti tahu yeroo gababatti issin beeksifna. Kanumaan walqabsissun hiriira nagaa gochuun dungoo qabsissun warra qabsoo kana irratti wareegaman yaadana.
Injifatnnon Uummata Oromoof!!!
Koree Hojii Rawwachiiftuu K Sweden.
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…