By Billisaa Mohammed
Fincilli Diddaa Gabrummaa guutuu Oromiyaa keessatti qabsiifamee ture erga qabbanaawee booda:-
1.Hidhaa fi ajjeechaan ilmaan Oromoo irratti geggeeffamu daran jabaatee itti fufee jira.
Kunis kan hammaachuu danda’eef wayyaaneen waraana isii kan ilmaan Tigraay qofa Oromiyaa keessatti bobbaasuudhaani Poolisoonni Oromiyaa ummata haleeluu didan akka hidhannoo hiikkatan erga taasifaman boodadha.
2.Poolisoonni Federaalaa fi waraanni wayyaanee dhalootaan Tigree tahan manneen abbootii qabeenyaa sakatta’uudhaan qabeenya Oromoo saamaa akka jiran qabatamaan irra ga’amee jira.
3.Manneen abbootii manaa gara hidhaatti guuramanis halkan cabsanii seenuudhaan gochaa dirqisiisanii gudeeduu(rape) dubartoota irratti raawwachaa akka jiran ifaan ifatti irratti dhaqqabameera.
4.Kaabinoonni OPDO sangoota qonnaan jiraattota Oromoo irraa saamuudhaan wayyaanota nyaachisaa jiran.
5.Namoota ciccimoo hayyoota achi buutee godhaa jiru.
Kanaaf qabsoon keenya qabbanaawuu hin qabu.
Wal gurmeeysinee qabsoo keenya cimsuu qabna
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…