“Waliso yeroo ammaa kana fakkaatti. Opdo n Oromiyaa irraa dhufte akka gaariitti salphattee erga deebitee booda magaalaan akkuma qorritetti jirti.”
“Olankomii
Guyyaa har’aa 12/11/2009 OPDO’n Daldaltootaa Magaalaa Olankomii keessa jiran hundaa Wajjiraa Aanaa Ejersa Lafoo tii waamtee marsissaa jirti.hata’uu malee Miseensaa OPDO’n Immoo Wajjiraa Mottumaa Cuufuudhan Daandii gubbaa ta’anii namootaa walgahii demmanii fi hin deemnee ilala turan.Daandii gubbaa ta’ani ilalaa kan turan keessa.kanaan Ani suuraa kaasse,Itti gafatamaa Bulchinsaa Magaalaa ykn Kanatibaa Obboo Salamoon Hayiluu fi Itti gaafatamaa Bulchinsaa Lafa Magaalaa Obboo Danyachoo Guutaa dha.suuraa kanaan isaan kaasse nannoo sa,atii 5:00 tti.Jawar Akkamiti Dawoo jala ta’ani akka jiran Qillensaraa naaf olchii.Halii magaalaa guyyaa akkam akka jirtu suuraa kaasse kanaas Qillensaara naag olchii.Wajjiraa Bulchinsa Magaalaa Cuufaa dha,Wajjiraa polisiin Cuufaa dha.”
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…