Categories: Oduu Oromiyaa

Waraanni Adda Islaama Oromiyaa (IFLO) gama baha Oromiyaatiin tarkaanfii waraanaa fudhachuu isaa labse

Baratoota Oromoo kan hirira nagaya heeran baherratti waraana wayyannee rassaan maataa kheeysaa tuma jiraan bira dhaabachuuf,waraani IFLO baha Oromiyaa kheeysatti tarkaanifi waraana wayyanneerratti fudhacha  jiraan,

Guyyaa 5/5/2014rratti ganam za’aa 4;oopm looli waraana IFLOtifii wayyannee jiddutti godhame,

Wayyannerra nama 5 ajeesani goobaan galachuu looli xumurame, waraan IFLO nama 2 qoofa irra madaawe. Tarkanfii waraani bilisummaa oromiyaa godha jiru kan ummanni Oromoo bikka jiran hunda laafa ke’ee soossohina baratooni  luubu isaa dabrasa jirtu kan akka addaan hin dhaabaane godhuu.

Dhamsa ummata Oromoo kan biyya kheeysaafii alaa jira hirira nagaya akka itti fuufan.

Hooganootafii waraani OPDO baratoota Oromoo birra akka laafa khaatani dhaabatan yeroon Oromiyaa bilisoomtus amma bakka takka dhaloon Oromoo harka wal qabatee laafa kha’uu qabna.

Izni  Gooytaatiin Oromiyaan ni bilisoomtti.!!!

Tokkumaan human.!!!!

Bakka bu’a Sooreeysa  Mullisaa  Jaarraa

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

6 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

6 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

6 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

6 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

9 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

9 months ago