Categories: Oduu Oromiyaa

Yaadanno du’a Sooreeysa Jaarraa Abbaa Gadaa baraa tokkoffa laalchisee ibsa Murtiguuto irraa dabre.

Yaadanno du’a Sooreeysa Jaarraa Abbaa Gadaa baraa tokkoffa laalchisee ibsa Murtiguuto irraa dabre.

Akkuma Oromon hundi hubatutti Sooreeysi Oromo Jaal Jaarraa Abbaa Gadaa Rabbi Jannataan haa qananiisuu eega aakkhiraman amma bara tokko gaye. Murtiguuto du’aa Soreysa Jaarraa Abbaa Gadaa bara tokkoffaa laalchise gadda isaanii ibsatan.

Bara tokkofaa du’aa Soreysaa Jaarraa Abbaa Gadaa laalchise ummanni Oromo Sooreysa Jaarraa Abbaa Gadaatif akka du’aa’ii godhan Murtiguuto hubachiise.

Eega Sooreeysi Jaarra Abbaa Gadaa aakiraman booda, murni yaroo dheertuuf yaada Toohpiyummaa naanneysan turan, siyaasaa duraan dhoysanii bobaa jalattii deemaani turan dirre baasuu eegalan. Ammalle murnii akkanaa kan dhokatee, kan dirree hinbahin hedduutu jiraa, tanaafuu ummanni Oromoo qabsoo isaa tiyfachu qabaa jenna.

Sooreeysa Jaarra Abbaa Gadaa Rabbi rahmataa haa godhuu fi ammalle  Jannataan haa qananiisu. Sooreeysi Oromo Jaarraa Abbaa Gadaa aakhiramaniis, yaadni isaa nu wajji jira, dhaamsi isaa gurraa nu jira, faajji isaa qabanne xurree inni nuuf taraaree irra tarkaanfanna, qabsoo tenya diina keysaa fi alaa irraa tiyfanne bakkaan genya.

 

Murtiguutoo

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

6 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

6 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

6 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

6 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

9 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

9 months ago