Lammiin biyya tokkoo nagayaan biyya isaa keessa jiraachuun mirga qaba

2 years ago

Mana maree dhimmoota Islaamummaa Toophiyaa (ce'umsaa) irraa haleellaa namoota nagaa irra ga'aa jiru ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kenname Maqaa Rabbii akkaan…

Cunfaa imala galatoomaa Jawaar Mohamadii fii Baqqalaa Garbaa

2 years ago

Cunfaa haxeerarrii dubbii obboo Jawaar Mohammadii fii obboo Baqqalaa garbaa imala galatoomaa Minisoottaa ffaa imala kana keessa waan hedduutu jira…

Galmee jechoota Afaan Oromoo

2 years ago

Kaayyoon qophii kanaa Afaan Oromoo gabbisuu, dagaaysuu/dagaagsuu fii guddisuudha. Afaan kana waalteessuudha. Oromiyaan bal'oodha, akkuma lafti teenya bal'oo fii guddootti,…

Haleellaafi buqqifamuun lammiilee Godinaalee Oromiyaa haa dhaabbatu

2 years ago

Ajjeechaan Murtii Malee Humnoota Mootummaatiin Geggeeffamu, Mirga Jiraachuu Lammiilee Qoraa Jira! Abdiin jijjiiramaa qabsoo nagayaa ummanni Oromoofi obboloota biroo waliin…

Bulloon nagayaan Ameerikaa seene

2 years ago

Simannaa Obboo Jawaar Mohamed yeroo Ameerika Minisottaa galu godhameef. Oromoon haala miidhagaan bahanii yeroo bulloo simatan... https://www.youtube.com/watch?v=B6ZmmrePT04

Jawaar Mohamed haala Oowwaan simatame

2 years ago

Rogeessi siysasaa fii miseensi KFO Obboo Jawaar Mohamed nagayaan gara magaalaa isaa ta dur seene. https://youtu.be/enTYJ3VkM64

Galmee seenaarraa: Jeneraal Taaddasaa Birruu

2 years ago

Ganaraal taddassaa Birruu bara 1941 G.C. Oromo Graphya Keessa, loltoota British, warra Ganaraal wingatiin hogganamuu wajjiin tahuun loltoota finfinnee walaba…

Dhaloota akkanaa taanu malee Itti gaafatamummaa seenaa jalaa hin baanu

2 years ago

Maqaa fi Gumaacha Hayyuu, Qabsaawaa hangafaa fi Abbaa Qubee Afaan Oromoo kan tahe Dr Sheek Mohammed Rashaad Abdullee tiif beekkamtii…

Haxxishoo! Guddadhu!

2 years ago

Amaan Kamsareetiin Waan Mootummaa Bilxiginnaa Buqqiftee Aangoo Oromiyaa Fudhachuu Dubbadhu! Seenaa fi maalummaa riphee-lolaa ilaalchisee ammaan dura gulantaalee guddinna loltuu…

Ummanni Oromoo jechoota Abiyyi dubbateen sobamuu hin qabu

2 years ago

M/Minsteeraa ta'uu kootu hafa malee Ummanni Oromoo waan isaaf malu dhabuu hin qabu. Ummanni Oromoo baayyinni isaa 35% ta'ee fi…