Gabaasa kiyyaa Gonfaa tiin Hirrira nagaa biyya Norway magaalaa Oslo keessatti gaafa guyyaa 16 october 2014 gaggefamee jiraa.hirrira nagaa kana…
Duula na filadhaa Duulli na filadhaa kan filannoo 2005/1997 fi kan 2010/2002 wolbira yo qabamu Waaqaa fi lafa. Bara 2005…
::::::::::::::::::::::::::::::::::::: Bakki jirtu eessaa? Biyya tamii laata Dhiira onnee guutuu Leenca ija barbadaa Yoomuu hin Cal'ifnee Lammiin si iyyaafataa Afuura…
Onkoloolessa 19, 2014 Ayyaana Irrechaa yeroo jalqabaaf gaafa 18.10.2014tti Magaala Nürnbergtti kan Kabajame ole yemmu ta’u Seena Ayyaanicha maal akka…
Duuraan nu fakkaattee gadheen nutti maltee Dubbii mammaaksaan Oromoon dubbattee; “Fira fakkaatee Risaan Shimbir nyaatee” Kunoo hubadhu mee dubbiin akkas…
Waan hundi yeroo isaa malee akka hin taanee, Maanguddoonni Oromoo barnooti hammayyaa hin booressine gadi jabeessanii dubbatu. Dhugumatti miidhaan Ummata…
Mararoo misiroon dhaammattu *********************** Oromoon aadaa, seenaafi eenyummaasaa haala addaddaatiin ibsata. Keessumaa aadaasaa haala bareedaafi hawataa ta'een karaa addaddaatiin ibsata.…
Caayaa Tokkummaa Baqattota Oromo Biyya Masrii Onkololeysa 19/2014 Akkuma bekkamuu warri Commnity Ethiopia (Habasha ) Magaalaa Kaayro keysa jiraatan Enbaassi Ethiopia…
Harka Fuune akkam jirtu Obboloota kiyya? Akkuma beekamu Filannoon bara 2014/2007 adeemsifamuuf Ji'oota muraasa qofatu hafee jira. Paartileen siyaasaa uummata…
Dhukkuba hamaa nurraa qabi "Ebola" Addunyaan dadhabdee sihi abbaan falaa Dallansuma teetii dhibdee mitii balaa Irraa nu baraarii nu baasi…