WASHINGTON, DC —
Barreessaa duree paartii Giinboot 7 kan ta’an Obbo Andaargaachoo Xigee Yaman keessatti eega to’annaa jala oolanii booda sa’atilee hanga tokko keessatti Itiyoophiyaatti ergamuu isaaf odeeffannoo qabatamaatu jira jechuu dhaan qorattuun Tokkummaa Mootummotaa Beliiks Velee beekaisanii jiru. Kanaafis jecha Itiyoophiyaa keessa jiraachuun Obbo Andaargaachoo kan wal nama gaafachiisu miti jedhu. Balalii xayyaaraa ittiin Itiyoophiyaatti geessame kan ilaaleen odeefannoo ga’aa qabna jedhan.
Obbo Andaargaachoon lammii biyya Briteen waan ta’niif dubbi himaan ministrii dantaa alaa Briteen ibsa baaaseen Obbo Andaargaachoon Waxabajji 24, 2014 yaman keessatti eessaa buutee isaa dhabamuun gabaafamee jira jedhu. Yeroo ammaa Itiyoophiyaa keessa jiraachuu mala gabaasi jedhu dhageenyee jirra kan jedhu ibsi kun aangawonni dhimmi kun kallattiin isaan ilaallatu Obbo Andaaragachoon eessa akka jiru akka nuu mirkaneessan barbaanna jedha.
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…