bilisummaa

Walwaraansi Toophiyaa bara 2019 irraa jalqabee Oromiyaa keessatti akkuma itti fufetti jira

Waraanni Itoophiyaa gara kaabaa naannoo Tigraay dhumatus waaraanni Oromiyaa itti fufee jira jedhame. Qorataan dhimma ijaarsa nageenyaa fi furmaata walitti…

3 years ago

Haleellaan godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti akkaan hammate jedhu

Godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti, haleellaan hidhatoota faannootiin raawwatamu tibbana akkaan hammaachuufi lubbuun namoota nagaa darbaa jiraachuun himame. Qaamoleen nageenyaa…

3 years ago

Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer

The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California alongside OLLAA on May 10th.…

3 years ago

Finfinnee dabalatee masjiidonni waggoota kudhanii ol erga itti salaatamee booda carraaqqiifi roorroo meeqaan kaartaan akka kennamu eenyunuu ni beeka

Ustaaz Ahmaddiin jabaliin Magaalaan Shaggar Masjiidotaa fi Muslimoota kan of keessaa qulqulleessu yoo ta’e Muslimootaaf "rakkina" malee madda boonsaa ta'uu…

3 years ago

Oromiyaa: The Land of Great Revolutionary Nationalists

Leenjiso Horo May 10, 2023 Oromiyaa is a land of great freedom fighters, the land of patriots. It is the…

3 years ago

Waanti balleessine yoo jiraates hanga dhiifama gaafachuutti deemuu qabnaa jedhan Abuna Maatiyaas.

Paatiriyaarkiin Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Abuna Maatiyaas rakkoon bataskaanattii mudate atakaaroo walqabuun kan furamu akka hin taane himan. Abuna Maatiyaas…

3 years ago

“Himannaa sobaatiin shororkeessaa jedhamee baqataa ta’ee hafuu hin barbaadu”

Namota biyya alaa taa’un hookkara kaasuun mootummaa Federaalaafi naannoo humnaan kuffisuuf sochii taasisaniiru jechuun Mootummaan Itoophiyaa akka dabarfamanii kennamaniif ajaja…

3 years ago

Insurgent forces organized from home to abroad to terrorize the country were arrested

The government announced that it has seized 47 insurgent forces engaged in terrorist acts organized underground from home to abroad…

3 years ago

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress - OFC) Irraa Kenname Biyyi keenya…

3 years ago

Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate

Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate Leenjisoo Horoo Elba 25, 2023 Mata-Duree kaawametti odoo hin seenneen dura,…

3 years ago