bilisummaa

VPN kan fedhiin tajaajilamtoota isaa Toophiyatti %5,000 dabale maali, akkamiin dalaga?

Fedhiin tajaajila networkii dhuunfaa (VPN) jalqaba torban kanaa Itoophiyaatti hanga dhibbantaa kuma shan dabaluu gabaasni mul'ise. Itoophiyaan gabaasota qormaanni barattoota…

3 years ago

Wal ga’ii hatattamaa Boordiin IOHPA galgala kana taa’een murteen armaa gadii kennamee jira.

IOHPA Board of Directors convened an extraordinary emergency meeting tonight and passed a resolution to establish a Task Force to…

3 years ago

Lammillee keenya kan Booranatti hoongeedhaan miidhamaa jiran bira haa dhaabbannuu

Beelaa fi hongeen ummata keenya Booranaa miidhaa jiru kun siyaasaaf haala ooluuf jedhutu mul'ataa jira. Warri mirga Oromoo dura dhaabbatullee…

3 years ago

“Oromoon waliif obsuu qaba, Inni darbe gahaadha, amma mariin fixachuu qabna” jedhu.

Turtii Barruu Addis Standard waliin taasisan irratti dhimma waraana Oromiyaa kan gaafataman Koloneel Gammachuun, “Oromoon waliif obsuu qaba, inni darbe…

3 years ago

Walaloo: Hirriibaatu nama raffisa

"Callisi jennaan, haa callisani" Akka isaan na dhiisan godhe Isaan hin tuqu isaan hin ilaalu" Jedhi ajjessi badi Ati dhugumaan…

3 years ago

Waamichi araara PP naannoo Oromiyaatti afeerte yaamicha onneerraa dhufeemiti.

Xinxaalaan Siyaasaa Yaayaa Bashiir waamichi araaraa mootummaan naannoo Oromiyaa taasise waamicha onnee irraa dhufee miti jedhe. Oromiyaa keessatti dhuguma nageenyi…

3 years ago

Oromo Community Writes Open Letter on Peace Talks

On February 8, 2023, a consortium of Oromo diaspora communities and leading Oromo civil societies (including OLLAA) sent an open…

3 years ago

Gaaffilee bu’uraa ummata Oromoo fii Sabaaf Sa-blammoota Ortoodoksii

1. Abboota Afaan, aadaafi Safuu ummata keenyaa beekaniin yaa tajaajilamnu 2. Durii Kaasee Manni Kiristaanaa mandhee siyaasaa tatee turteetti. Keessattuu…

3 years ago

Shiftoonni Abiyyi qubse magaalaa Finfinneetti jeequmsa kaasuun poolisootarratti miidhaa dhaqqabsiisan

Maddi; BBC afaan Oromoo Finfinneetti jeequmsa ka'een miseensoota poolisii 19 irra miidhaan gaheHookkara magaalaa Finfinnee fi daangaa Godina Addaa Oromiyaatti…

3 years ago

Xiinxala siyaasaa madaala kaasu, maali malli saa?

Shabboo Miidiyaa: Sabaa himaa bilisa fii walaba, oduu fii jatte jetteen yeroo tee hin balleessu. Akka mirga keetiif falmattu malaa…

3 years ago