Oduu fii haala Naannoo Oromiyaa
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan hogganamu Oromiyaa keessatti ajjeechaa jumlaa,…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi manneen jireenya 25 ol tahan…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu…
Baroota dheeraaf karaa dhaabaa fi dhuunfaan siyaasa Itoophiyaa keessatti hirmannaa godhaniin kan beekaman Dura taa'aa Itti aanaan dhaaba Koongireesii Federaalawaa…
Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti fufe. Ragaan sanada haaraan loogummaa,…
Falls Church, Virginia (7/20/2023) — On July 20, 2023, representatives from OLLAA and U.S.- Oromo communities met with Ambassador Mike Hammer, U.S.…
Godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti, haleellaan hidhatoota faannootiin raawwatamu tibbana akkaan hammaachuufi lubbuun namoota nagaa darbaa jiraachuun himame. Qaamoleen nageenyaa…
The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California alongside OLLAA on May 10th.…
Leenjiso Horo May 10, 2023 Oromiyaa is a land of great freedom fighters, the land of patriots. It is the…
Namota biyya alaa taa’un hookkara kaasuun mootummaa Federaalaafi naannoo humnaan kuffisuuf sochii taasisaniiru jechuun Mootummaan Itoophiyaa akka dabarfamanii kennamaniif ajaja…