Categories: Oduu Oromiyaa

EBBAA BARNOOTA OL-ANNNOO BARA 2015

Baraa kana jechuun baraa 2015 kessaa unveristiin biyyaa Ethiopia martuu haala hin baraamnen Ejejjaa , Motummaa wayyaanettin osoo barattoon KORSII FI RISAARCH hin xumuriin fi hin dhiyyeesin , akka ebbifaaman godhamee . Unveristiin hunduu guyyaa tokko karoorra isaanii malee akka ebbisaanif Dirqamaa Hogaantootaa Wayyanee irraa itti laatame . dhibummaa kanaan ; Ebbii baraattota Unversitti hundaa guyyaa tokko , guyyaa 27 /10 /07 A .L.H Ebbisaanif dirqaamni itti laatame . Dirqaamichaa galmaan gahuuf hunduu guyyummaa kana ebbisee ; unversity Finfinee irraa kan hafee jechuu kottii . Finfinee garuu torbee wal ta’iinsi eebbaa unversity hundaa eebbisanitti ebbisee . Sabaaba Ebbichii murtiin Guyyaa tokko itti argateef , kan armaan gaditti .midhaan mottummaan Wayyanee , baraattota irraan ga’aa turtee fi ga’aa jirtuu heduu dha . kessaa muraasni isaani
1 Baraattota mirgaaf Hirirraa bahaan Rasaassaan alatti hambisuu.
2 Unveristiin irraa ari’uu .
3 Hidhuu fi qabdee dhoksuu .
4 Hojji qacaruun hafee jireenyaf dhagaa dhosuu fa’aa humnaan itti fe’aame jiraa .
Midhaan Baratoottaa irraa ga’aa turtee fi ga’aa jirtuu , nuu kan qamaa kenyaa irraa ga’ee mitti ;Adunyaan sobdee cuunfaattuu tun illee qubaa qabdii . Wayyaneen immoo hammenyaa ishee kanaa baratootni Unversity wal ta’uudhaan sagalee isaan dhagessisan jetee waan amanteef kuunis dawwii Pr.BARACK OBAMA , biyyaa Abbaa isaa godhuuttii dabalattaan Tessoo Gamtaa Africa Finfinee jiruu demudhaan , motummoota abba irree Africa hasoofsissaa jechuun dhagahaame . sanaa booda kaa murtiin Hogaantootaa Wayyanee ebbichii Guyyaa tokko akka ta’uu kanmurteese . sabaaba isaa maal akka ta’ee bayyee wal nuu hin gafachuu ta’uu illee ; Gochaa ishee waan bektuuf midhaa Baratoottaa fi ummataa ga’aa jirtuu. Wayyaneen gochaa ishee dursitee kan bekkatee Gamtaan Baratoottaa gaaficha kasuun hin hafuu dhufattii Presedanticha wajjin wal qabatee jetee silaa yadef murtii unversity hunduu guyyaa kanaa akka beffaamani barattoon addaa akka Faffacaa’aan gotee . Presedanticha Hiddaa dhalataa Africa ta’uun abdii bayyee battee kan bishaan lixee ta’uus rakkoo Africa bekkuu waan ta’eef siyaasa ,Guraachootaa Angoo qabutti fayyadamee jijjiraama fidduu jedhame egammuus kan aditii gadii ta’ee muldhaate . Kun kan argisisuu furmataa rakkoo kenyaaf mataa kenyaa malee abdi nama irraa ka’uu dhisnee furmaatni nuu akka ta’ee irraa baraa .
HORAA BULAA

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

2 years ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

2 years ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

2 years ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

2 years ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

2 years ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

2 years ago