WASHINTON,DC—
Atileeti Genzebee Dibaabaa atileetii addunyaa irratti dorogmmiin beekamtuu yoo dorogmmii baatu mootetuma galti.
Dorgommii barana Ammajii jalqabdeeen waliin akka soddsaa isii atileeti Sileshi Siin jedhetti marroo jahaanu moote.
Dorogmmii tana keessaa lamatti rekordi haaraa argatte.
Fiigicha Genzebeen moote keessaa Sandiyeegoo,USA m5000,
Istookoholm,Siwiidin M5000 rekordii haaraa
Oregon,USA m5000,
Osloo, Norwey m5000
Paaris,Faransaay m5000
Barceloona,Ispeen m1500
Monaakoo,Faransaay 1500 rekordii haaraa
Fiigichii Genzebeen barana moote;
Sandiyeegoo,USA m5000,
Istookoholm m5000 rekordii
Oregon,USA m5000,
Osloo Norwey m5000
Paaris,Faransaay m5000
Barceloona,Ispeen m1500
Itoophiyaan dorgommii Atileetiksii Shaampiyoona Guddattoota Addunyaa Kolombiyaatti Medaaliyaa saddeetti argatte.
Dorgommiin guddattoota Atileetiksii addunyaa tun dorgommii atileeottii addunyaa ganna 16 fi 17 Kolombiyaatti irratti dorgomaa bahan. Itoophiyaan dorgommii tanaaf irratti atileeota 20 ergatte.
Akka obboo Duubee Jiloo Federeshiinii Atileetiksii Biyyoolessaatii jedhetti Itoophiyaan dorgommii tana irratti warqii lama badhaafamte.
Shuree Bulloo m300 warqii,Badeettuu Hirphoo m800 warqii argatte.Jarii kaanillee meetii fi badhaasa gara garaa argate.
Atileetotii tun naannoo gara garaatii dhufanii taatullee hagii guddaan Oromiyaa dhufe.
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…