Guyyaa: 07/03/2015
Kutaa ABO Sikandiiniviyaattiif:
Akkuma duraandursinee isiniif ibsuu yaallee guyyaa hara’aa, 07/03/2015 hawwaasni Oromoo kaaba Norway akkasumas miseensonni fi deggertootni ABO magaalaa Harstad itti geggeeffataniin dararaa fi dhiittaa mirga dhala namaa daangaa hinqabne mootummaa abbaa irree Wayyaaneen uummata Oromoorra ga’aa jiru bal’inaan irratti mariyataniiru. Walgayii kanarrattis miseensi gumii sabaa fi abbaan jaarmiyaa ABO naannoo Awurooppaa, jal Jireenyaa Guddataa toora skype irratti hirmaattota walgayichaaf haasaa bal’aa godhaniiru. Xumura irrattis hirmaattotni walgayii kanaa ibsa ejjennoo armaan gadii baafatanii walgayyii guyyaa har’aa raawwataniiru;
Ibsa ejjennoo:
Injifannoon uummata Oromoof !
Koree qindeessitota walgayicha irraa
U.S. Secretary of State Antony Blinken's upcoming visit to Addis Ababa, Ethiopia on March 15…
By Leenjiso HoroMarch 13, 2023This call on the Oromo elites is to urge them to…
Gargaarsi uummata Booranaa hongeen miidhameef geeffamaa ture gariin gara baadiyyaa dhaqqabaa hin jiru, kaan ammoo…
By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have…