1.Mala Hawaasummaa(Social Engineering)
Malli kun salphamatti dadhabinna keessanitti fayyadamuun akkaawuntii Facebook keessan banani seenu j
2. Qurxummeessuu(Physhing)
Akka mala kanaatti dura warri password isin jalaa hatuu barbaade websaayiti Facebook fakkaatu hojjatanii linkii i
3. Keylogger
Keylogger jechuun akaakuu softweerota password fi email dabalatee wanta isin keyboard keessan fayyadamtanii barreessitan hunda galmeessu jechuudha, Keylogger gosa lamatu jira. Inni tokko waan isin keyboard fayyadamtanii barreesitan hundaa galmeessee kompitera keessatti save godhuudha booda namichi bakka waan beekuf eega isin deemtam faayili san banee laala.
– See more at: http://www.orolandtechnology.com/password-facebook-keessan-karaa-sadihiin-isin-jalaa-hatama/#sthash.sT1F6Rxz.dpuf
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…