Categories: Oduu Addunyaa

Lolli addnuyaa 3ffaa eysatti egalama laataa.?

 

Biyya Syruaa keysatti lola addunyaa xiqqaatu gad-geyfamaa jira.

Amrekaa fi Biyyonni dhihaa heddun akkasuma Biyyi Turkii Sa’udii Qatar UAE/Dubai Kuwet fi Baharen akkasuma gutuun mormitota Pre/BashaarAl-Asad gar-tokko dhaabbatudhaan motummaa Syryaa fonqolchuuf meshaa waraanaa fi dinaggey guddaa ramadudhaan tattaaffi cimaa lafarratti gad-geysaa jiru.

Gara kaaniin biyyi Raashiyaa Iraan Iraaqi fi dhaabbanni Hizbullaa Lubnaan akkasuma deggartota isaanii kannen biyyota akka Paakistaan Afghaanistaan Yaman irraa walitti dhufan hunda dabalatudhaan motummaa Bashaar al-asad cinaa hiriirudhaan waregama lubbuu guyya guyyaan kafalaa jiru.

Motummaan Israa’iil gara isitiin bakka haalellaan isi mijjaa’e hudatti halellaa gurguddaa waraana Suriyaa irratti raawwachaa jirti.

Motummaan chainaa markaba lolaa xayyaarota lolaa baadhatu guddaa tokko garana ofaa osoo jirtu Amrekaa fi Raashiyaaf lola garaa-garanaan biyya Suriyaa keysatti ofaa jiran kana akka dhaabaniif waamicha gotufille namni gurratti isii qicate hin jiru.

Kuni-gaa motummaa chainaa anaatu namaa gadi jechudhaan yo xiqqaate meshaa lolaa warshaalen isii omishaa jiran lafti ittin bu’aa meshaa kanaa bartu ammaaf biyya Syryaa male waan hin jirreef isilleen itti of laalu hin oltu shakkiin ja’u guddaatu jira.

Sa’udi UAE/Dubai Kuwet Qatar Bahareen biyya Yaman keysatti lola cimaa gad-geysaa jiraachuun isaanii hubatamaadha.

Biyyi Iraaq hidhattota ISSIn lafa Iraaq bakka 4tti wayta baasan waan bakka takka isaantu harkaa qaba waan taheef waggaa tokko gutuu lafa sana jara harkaa deffachuuf qabso godhaa jirtulle bu’aa tokko busuu hin dandenye.

Biyyi Lubnaan Partilee biyyatti keysatti wal-mormaa jiraniin jeqamte hamma guyyaa gabaasa kana qopheysinutti Presedenti biyya sana hogganuu filachu dadhabde jirti.

Biyyi Israa’iil Falsxiinota waliin “Intifaadaa” haaereya galte jirti fakkataa.

Biyyi Misraa gara Aanaa Sinaayiin hidhttota ISSin shorarkeyfamaa jirti.

Kanaaf jenne barreyfama kenya kana egallaarratti lolli addunyaa 3ffaa yo egalamuufi ? Eysatti egalama laataa.?

Xinxalaa Siyaasaa Arabaa
Abdusalaam Sute

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

1 month ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

1 month ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

1 month ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

1 month ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

4 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

4 months ago