Categories: Oduu Oromiyaa

Manni hidhaa sa’udi Afaan Oromoo nama barsiisaa jira baayyina yeroo ummanni achi kheysatti hidhamu irra

Ambar,ambar jechuun jecha afaan ingliffaa irra fudhatame tahee namber jechuudha, haa tahuu malee ambarri mana hidhaa kheysa isa tokko.
Tan ambaraa rabbumatti dhiisu kheysaafu nama oromoo haalli isaan itti nama oromoo itti hidhan adda ambaroota birotirra.
Ambarri lakk.1 kan nama Oromoo qofa itti hidhan haalli isaa himuun nama rakkisa,  hatahuu garuu numaan hima waaniin arkee jiruuf ummatatti ibsuf  haqa hin dhoysu.

Tokkoffan manni sun waan qulqullina ja’an hin bekhu

lammaffan namni mana sun seennan dura salaamtaan nagayaa dhungoo miila irraa si jalqabdi injiree irra

Sadaffaan yaa oowwa yaa haqisa yaa ajaa sigaarati yaa heddumina namaati mee dhiisi

Afraffaa bakka gad ciiftu laallatta bakki gad ciiftu namni akka biyye akka mixii wal kheeysa gad dhiifameeti,  khaan asii achi ciisa khaan achii as ciisa tana mee dhiisi

Shanaffa hirriibaaf gad ciisu feeta eysa hirriibni jira namni laaqame khun asii qufa’a si duraa khaan achii haqisa si duraa khuun si duuba funyaani dhiiga tufaa khaaniis si cinaa furrii fuuf ja’aa hirriibni eysa jira

Tana rabbiin haa murteysuu tan arabni nama godhu haqni ilma namaa kan rabbiin namaaf guutu khenne ittiin dhalatu nama saamani.
hidhamtee humaa rakkon qabu manni hidhaa dhiiraaf jaarame nama badii hojateef hojatame yoo jenne dhuga ni taha garuu biyya arabatti manni hidhaa nama gagariif ykn nama badii hin hojataniif manni hidhaa tolfama.

Haatahu rakkoo miti tan tanarra hamtuu namni hidhaa yoo seene maaliif akka seenu ni qoratama mana murti geysan murti itti khennan arabni garuu tana hin bekhu akka nama hoolaykn beyladaa qaluuf mooraa naqanii itti si laalan namni si dubbisu hin jiru namni eysa dhufte maaliif dhufte siin je’u hin jiru si ol darban achumatti tortoruu akka nama dirree waraanaa irraa qabani fidanitti. tana enyu nuuf arka rabbi malee ummanni oromoo marti rakkoo tana hubachuu qaba.

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

2 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

2 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

2 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

2 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

4 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

4 months ago