Categories: Oduu Oromiyaa

Miidhaa Gaaza nyaataan bilcheessan jalaa Of baraaruuf qaceelfama armaan gadii kanatti fayyadamu qabna.

Hegeree Oromiyaatiin

 

Gaazni nyaata iittin bilcheeyfatan kuni yoo dhohee miidhaa guddaa namarraa fiduu dandeya.

Tanaafu wayta alaa dhuftu yoo shurufkaan Gaazaa sitti dhageyamte maal godhu qabda .?

1• Shurufkaa Gaazaa dhageyse
Jennaan ifaa shiduun
Dhorgaadha.

2• Shurufkaa Gaazaa dhageyse
Jennaan daddafiin
Fooddaale babbani
Suuta ja’ii.

3• Erga Fooddaalee babbante
Boda Gaaza Shurufkaawaa
Jiru san hidhuuf
Tattaafadhu
Suuta ja’i .

4• Wayta Shurufkaa Gaazaa
Dhageyse sanitti tallaajaa
Ykn firiija jerjerte
Hin baniin.

5• Hamma shurufkaan Gaazaa
Mana keysaa qulqullaawutti
Jerjertee ifaa hin shidin.

: Hubachiisa :
Ka dhagaye kan hin dhageyiniif
Haa himu sher waliif godhaa.

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

10 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

10 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

10 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

10 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

1 year ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

1 year ago