Categories: Afaan Oromoo

MAMMAAKSA AFAAN OROMOO FI GITA AFAAN FARANJII

-Namni harka namaatiin ibidda qabatu, hin gubatu.
* A person who walks in another’s tracks leaves no footprints.
.
-Farda khannaa ( kha namni namaaf khanne) ilkee hin laalan.
* Never look a gift horse in the mouth.
.
-Kha calaqqisu/ cululuqu cufti dahabaa/ ziqeyaa miti
* All that gitters is not gold.
.
Farda du’een gulufuun khar tokkoon nama hin ga’u.
* It’s worthless to ride a dead horse.
.
-Saani jabbii ofii malee hin arraabdu.
* The cow doesn’t leak a strange calf.
.
-Khan lafaatiin fuudhaatti kha okhaa dhabde.
* He who goes to the law for a sheep, loses a cow.
.
– ol khaayan malee ok kha’anii hin fuudhan
* Fast bind; fast find.
.
by.Arkan Abdulaxiif

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

1 month ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

1 month ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

1 month ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

1 month ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

4 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

4 months ago