Abdii boruu

Seenaa darbe  irraa maal baratne? Keessaa iyyuu kan MQBO. Keessatti Oromoo mudate

  Imala  qabsoo bilisummaaf godhamu keessatti bu’aa fi ba’ii hedduutu nama mudata .kana jechuun galii tokko yoo qabatan illee adeemsa…

9 years ago

Oromoon karaa nagaatiin qabsaayee bilisummaa argachuu hin danda’u

  Abdii Boruutiin Mirga namummaa kabajjiisuufis ta’ee bilisummaa dhaban deebisanii argachuuf qabsoon karaa nagaatiin godhamu filannoo (option) gaarii akka ta’u…

9 years ago

OPDOn Tigraay keessatti Bixxilamuu Yaadachiisuun kun Qaama Dhaadannoo ‘LIKK ENASGEBACHUHALEN’ Dhihoo Kanaa ti

Boruu Barraaqaa irraa  OPDOn gaafa bixxilamtee qabee seenaan isiin himataa baate ‘Kaaba Shawaa aanaa Darraa keessatti jaaramne’ kan jedhu ture.…

9 years ago

Birrooleen maal taate?

http://youtu.be/7tl4AC91rPg

9 years ago

Sabni Oromoo maal barbaada?

Abdii Boruutiin Ummanni keenya amma maal barbaada? 1-Dhaaba waa fiduu malee dhaaba seena fi hawwii itti himuu miti 2-Dhaaba waa…

10 years ago

Qabsoon Bilisummaa Oromoo garamitti deemaa jirti?

Abdii Boruutiin Erga uummatni Oromoo gabrummaa Habashoota jalatti kufee kaasee hanga har’aatti qabsoon bilisummaa saba Oromoo bu’aa bayii meeqa keessa…

10 years ago

Nafxanyoota moofaas ta’ee haaraa wajjin hojjennee bilisummaa arganna jechuun garaagarummaa hin qabu, bu’aas hin fidu

Abdii Boruutiin Gara ogummaatiin yoo ilaalame, ani barumsa siyaasaa fi seenaa qabaachuu baadhullee, akkan adeemsa siyaasaa keessatti hubadhutti garuu, galii…

10 years ago

Xalayaa seenaa dhugaa ibsu moo kan Oromummaa diiguuf qophaaye dha?

  Abdii Boruutiin   Mata duree kanaan barreeffama kana akkan dhiyeessu kan na taasise, akka tasaa xalayaa Afaan Amaaraatiin barreessame…

11 years ago

Shirri Habashootni nurratti xaxan yoomuma nuuf gala laata?

Habashootni, tokkummaa ilmaan Oromoo laaffisuuf, qabsoo bilisummaa saba Oromoo dadhabsiisuuf yoo danda’an sirumaa dhabamsiisuuf halkanii guyyaa shira nurrtti hojjechaa akka…

11 years ago

Manni hidhaa tokko yoo diigame malee deebi’anii keessatti hidhamuun hin hafu

    Abdii Boruutiin   Dubbiin akka mata dureetti dhiyaate kun hiikni isaa mormisiisaa ta’uu mala. Maaliif yoo jedhame, manni…

11 years ago