Abdii boruu

Dhuguma Itoophiyaan isaanii biyya haadha hundaatuu ta’uu dandeessii?

    Abdii Boruutiin     Gaafii akka mata dureetti dhiyaate kanaaf deebii otuu hin barbaadin dura, mee gaafii tokko…

11 years ago

Tooftaa wal dorgommii filannoo ti moo waan dhugaa hojiirra oolu?

    Abdii Boruutiin Barruu gabaabaa kana akkan dhiyeessu kan na godhe, filannoo impaayara Itoophiyaa keessatti ta'uuf deemu ilaalchisee barruu…

11 years ago

Yeroon tokkummaa dhugaa barbaadan yoomiyyuu caalaa amma

    Abdii Boruutiin Bara gabrummaa jalatti kufee kaasee uummanni Oromoo qabsoo bilisummaa hadhaawaa otuu hin godhin dabree hin beeku.…

11 years ago

Fottoqanii jaarmayoota heddoomsuun hafee ganuun faashinii ta’uuf deemaa?

  Abdii Boruutiin Barruu kiyya kan har'aa gabaabaa kana akkan dafee dhiyeessu kan na godhe, waayee moraa qabsoo bilisummaa Oromoo,…

11 years ago

Walittibaqinsa, Tokkummaa,Tumsa (Waa Taa Taa) Kutaa duraa

Abdii Boruutiin Kutaa duraa: Qormaata guddaa bara haarayaa  Hunda dura baga bara haarayaa 2010 geessan. Barri haarayaan kan nagaa, fayyaa fi…

11 years ago

Tokkummaan jaarmayoota fi qabsaa’ota Oromoo akkamitti ijaaramuu danda’a?

  Abdii Boruutiin Kutaa shanaffaa –  WTT (Waa  Taa  Taa?) Quboonni sadeen kun maaliif dhaabbatu? Maal agarsiisu, maal jechuu dha?Waa Taa Taa?– Waa…

11 years ago

Tokkummaan jaarmayoota fi qabsaa’ota Oromoo akkamitti ijaaramuu danda’a?

Abdii Boruutiin Kutaa sadaffaa - Dhugaa ragaa qabu moo afaanfaajjessaa dha? Iccitiin jiru hoo maali? Akkuma kanaan duraa har'as kutaa…

11 years ago

Tokkummaan jaarmayoota fi qabsaa’ota Oromoo akkamitti ijaaramuu danda’a?

  Abdii Boruutiin Kutaa lammaffaa – Lammiileen Oromoo maal jedhu? Mata duree kana jalatti isa kutaa duraa keessatti "gaafii guddaa…

11 years ago

Xalayaa Oromummaa: Qabsaa’ota Oromoo maraaf

Abdii Boruutiin Duraan dursee, nagaan Obbolummaa, Oromummaa fi Sabboonummaa bakka jirtan maratti isin haa gayu. Uummatni keenya uummatni Oromoo erga…

11 years ago

Maaliif kan dabre irraa hin baranne? (Kutaa lammaffaa)

Maaliif kan dabre irraa hin baranne? (Kutaa lammaffaa) Kutaa lammaffaa   Mata duree kana jalatti isa kutaa duraa keessatti qabsaa'ota fi jaarmayoota…

11 years ago