afaan

Ijoollee too yaa tiruu

Ijoollee too yaa tiruu

3 years ago

Qubeen Afaan Oromoo qabsoo cimaafi wareegama qaqqaaliin as geesse. Laaftutti L jedhanii lallaaquun hin taatu.

Mee seenaa dhufaatii Qubee irratti barruu hayyuun Seerlugaa Dr Abdulsamad Mohammed bara 2013 barreessan tana laalaa. Barruun tun gafa Dr…

8 years ago

Kitaabni ‘Qabsaawaa Seenaan Dagate’ dhihotti magaalaarra ooluufi

Kitaabni ifaajee waggoota dheeraa nagaafate, ‘Qabsaawaa Seenaan Dagate’ mata-duree jedhu jalatti maxxanfamee, Hagayya (August) 1, bara 2015, Minnesotaa, Magaalaalee Lakkuu…

9 years ago

Marii dhimma Afaan Oromoo..

Guddinni Afaan Oromoo eessarraa ka'ee eessa gahe, yeroo ammaa hoo sadarkaa kamirra jira? Gaaiffi deebisa  OMN Dr. Abdulsamad Mohamed waliin…

9 years ago

MAMMAAKSA AFAAN OROMOO FI GITA AFAAN FARANJII

-Namni harka namaatiin ibidda qabatu, hin gubatu. * A person who walks in another's tracks leaves no footprints. . -Farda…

9 years ago

MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Jahaffaa

                                                                                      Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa shanaffaa kana…

9 years ago

MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Shanaffaa

                                                                                      Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa shanaffaa kana…

9 years ago

Afaan Hojii Woyyaaneetiifi Isiin Dhageettu, Afaan Qawweeti; Oromoolle Afaan Qawwee Qofaan Woyyaanetti Haasawuun Dirqama.

(VOICESFORVOICELESS.BLOGPOST.SE.COM) Yaa Oromoo, qabsoo bilisummaa biyya tokkoo keessatti gargaarsi biyyoota alaa ni barbaachisaadha yoo jennee of gaafannee, deebiin jiruu eetii…

10 years ago

OROMOO KARRAYYUU KEESSAA WAA AS NUTTI BA’E!!!

BAGA GANMMADDAN!!   LAMMEESSAA GACHIISAA LATAA jedhama. Kitaabni kun harka bubbulee ture. Har\a garuu aadaa sabichaan kan bukeeffame,,,,dubbisanis kan hinquufamne....'ASOOSAMA…

10 years ago

Diinnii Maal Balleesse?!

Badii maalii qaba diinni? Nutu karra saaqeef, balabala banee olgalche. As taa'i jennee teessoorraa kaaneef. Cooma murree afanitti gurshine. Itittuu…

10 years ago