muslima

Finfinnee dabalatee masjiidonni waggoota kudhanii ol erga itti salaatamee booda carraaqqiifi roorroo meeqaan kaartaan akka kennamu eenyunuu ni beeka

Ustaaz Ahmaddiin jabaliin Magaalaan Shaggar Masjiidotaa fi Muslimoota kan of keessaa qulqulleessu yoo ta’e Muslimootaaf "rakkina" malee madda boonsaa ta'uu…

1 year ago

Nama Rabbiin jaalate maaltu jibba? Awwaalcha Sheekha guddaa Aadam Tuulaa, ilmi namaa manatti hin hafne.

SEENAA SHEEKH AADAM TUULAA fii yaada ummata (Yaadannoo Sheekh Aadam Tuulaa (1905-2022) By: Urjii Ahmad Kitaaba bara 2014 katabe kan…

2 years ago

Sa’aa 24 keeysatti waajjirri nuuf haa gad dhiifamu!

https://www.youtube.com/watch?v=qtFdssSoS0I

2 years ago

Majlisnni Oromiyaas akkuma ka duraa Zulmii nurratti dalagaa jira

Komii warra hajjii baranaa: Majlisa Oromiyaas tahee ka duraanii ummata saamuu fii malee, ummata tajaajiluuf hin dhabbanne jedhu hujjaajoonni. Qarshii…

2 years ago

Dhaloota akkanaa taanu malee Itti gaafatamummaa seenaa jalaa hin baanu

Maqaa fi Gumaacha Hayyuu, Qabsaawaa hangafaa fi Abbaa Qubee Afaan Oromoo kan tahe Dr Sheek Mohammed Rashaad Abdullee tiif beekkamtii…

2 years ago

Sagantaan dorgommii Qur’aanaa magaalaa Finfinnee

Magaalaa mummuttii Oromiyaa tan taate Finfinneen yaroo jalqabaatiif sagantaa dorgommii Qur'aanaa kan hirmaattoota addunyaa hirmaachisee keessummeessitee gaggeeysaa jirti. Sagantaan dorgommii…

2 years ago

Manni murtii Fedaralaa Itoophiyaa,hidhamtoota Koree Hawaasa musiliimaan yakkamtoota jedhe.

https://youtu.be/23OzRdJ7ONM OMN:Oduu Adol.06,2015 Murtiin yakkamtummaa hidhamtoota Koree fala barbaadduu hawaasa Musliimaa 18 irratti , mana murtii ol’aanaa Federaalaa biyyatti, dhaddacha…

9 years ago

Ahbaashaa fi Amantii isaanii Fokkottuu!!!

Megersa Abubeker Ahmed Kutaa 1ffaa Jama’aan “Ahbaash” jechuudhan of yaamu kan amma biyya teenya keessa figuu jalqabe kun eega nubira…

9 years ago

Nashiidaa Raayyaa Abbaa Maccaa 1436 H

https://youtu.be/vJUqypIfUuo https://youtu.be/U1penaxoPpE

9 years ago

Irbuu Gootota Keenya Shinniggaa: Furmaata Hookkara Maqaa Amantiitiin Deemuutti Jiruu

Lammiileen Kiristiyaanaa Itoophiyaa irraa tahan 28 Liibiyaa geessatti bulguuwwan ISISiin gorra’amuun hunda keenya rifaasise. Torbaan lamaan tokko duras Keeniyaa Yuniversiitii…

9 years ago