Birkii Burqaa Kaleessaa Aduufi dadhabbiin afuura nafuutee,, na laaffiftee jennaan gaaddisatti gore. Kan olsiinii hin qabne yaa mana uumamaa,, yoo…
Walaloo Mohamed Ayyuub guuyyaa ayyaana WBO Suwedin Skara Amajjii 3 2015...godhe ·
Najiib Zannuun irraa Abdi Qopheen eenyuun wal hin gaafachiisuu Seenaan isaa hundi kan eenyummaasaa ibsuu Har'a du'aan dhabnee nullee hadiyyoomsu,…
By Habtamu Negashe Balcha Dec 25,2014 WAYYAANEE NACAQASSI Oromumaan keenyaan biyya iraa baqanee. Yaka taka malee oromiyaa iraa fagaanee,…
"Akka hin nyaanne Zangaadaa marqitee Akka hin dhiifne Waa itti carreessitee" Kunoo dubbiin tiyya Tan akkasii taate Gad baasee himachuu…
Osoo hin qoratin Osoo keessan barin Daftee hin dubbatin! Dubbii qaccee qabdee hin raabsin jarjartee Booda ni gaabbita gaafa dhugaa…
Arra maalin dhagahe maaltu maal ta'e? Mataan na oowwee garaan na boba'ee Obseen dadhabee imimmaan harca'ee Teenya tun na dhibdee…
Namoonni tokko tokko akkaataa itti komatan malee akkaataa itti dinqisiifatan hin beekan. Oromoo fi Oromummaan maal akka taatee fi qabsoon…