Categories: Oduu Oromiyaa

Waamicha: Amajjii 1/ 2016 akka DC sa’a 2=00 pm fi akka Awrooppaa sa’aa 8:00 galgala irraa kaasee Karaa sararaa paltolk Mana wiirtuu Gadaa Bilisummaa …

 

Amajjiin tokko guyyaa WBO fi Uummata Oromoo keessaa fi Alaa biratti haala ho’aan kabajama. Kanaaf gaafa Amajjii 1/ 2016  akka DC sa’a 2=00 pm fi akka Awropa sa’a 8=00  galgala irraa kaasee  Karaa sararaa paltolk Mana wiirtuu Gadaa Bilisummaa Oromoo ti ,Guyyaa kana Gurmuun Miseensota WBO Biyya Ambaa waliin akka ayyaneffattan kabajaan hafeeramtaniittu,guyyaa kana Hogganni ABO Dhaamsa Bara Haaraa fi dhimma haala yaroo irratti ibsa nuuf  godhu.Seenaa Guyyaa WBO ilaalchisee .Hawwisooti WBO kan Biyya Alaa keessatti arkamanii fi Artstooti Oromoo kan Afeeraman wal duraa duubaan faaruu warraqsaa dhiheessuun isin bashannansiisu,akkasumas Walaloolee ,geerarsa fi Makamasan . Miseensoti WBO warren qabsoo irratti Qaamaa hirratan fi Mana Hidhaatti Torchiidhaan miidhaman haasawaa godhu akkasumas tartiiban isin keesumsiisu.Dhimmi FDG haala bilbiltuu dha  suniis ni kaafama  akkamitti akka uummata keenya bira dhabbatnu irratti yaada wal dabarfatna.

Injifatnnoon Uummata Oromoof!!!

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

3 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

3 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

3 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

3 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

5 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

5 months ago