B/J Kmaal Galchuu Dhaaba ABO kan yeroo dheeraaf wal daadarkeessuu malee qabsoo if dura oofuu dadhabe ture keessaa bahuun bara 2008 jijjiirama mooraa qabsoo ilmaan Oromoo keessatti finna jechuun garee Shanee ABO aangoo irraa kaafne jechuun sabaa himaa gargaaratiin labsuun isaani yaadatama. Jijjiirama kanaan hamileen Oromoo tarii ol ka’a jedhamee yaadama ture, garuu dubbiin faallaa tahuun mooraan qabsoo Oromoo caalatti tasgbbii dhabuu fii WBO abdiin Oromoon hegereef abdataa ture nyaaphatti akka harkaa laatu taasifamuun seenaa qabsoo Oromoo keessatti xurii hin dhaqamne fi hin irranfatamne tahee galmaawe. Gareen jijjiiramaa bakka lamatti bahuun gareen tokko shanuma keessaa dheessetti deebi’u yeroo filatu, gareen B/J Kamaal galchuus diina Oromoo boochiisaa jiru boochiisuun hafee saba himaa habashootaarra deemuun waan amaarottiin dhagayuu barbaadan lallabaa jira….Guutuu isaa[ca_audio url_mp3=”http://www.bilisummaa.info/wp-content/kamaalgalchuu201308.mp3″ url_ogg=”” skin=”regular” align=”none”]
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…