Aadaa

Guyyaa WBO/Waraana Bilisummaa Oromoo

Kabaja Guyyaa WBO irratti walaloo Najiib Zannuun

11 years ago

ABDI QOPHEEN EENYU?

Najiib Zannuun irraa Abdi Qopheen eenyuun wal hin gaafachiisuu Seenaan isaa hundi kan eenyummaasaa ibsuu Har'a du'aan dhabnee nullee hadiyyoomsu,…

11 years ago

Oromumaan keenyaan biyya iraa baqanee.

By Habtamu Negashe Balcha                                       Dec 25,2014 WAYYAANEE NACAQASSI Oromumaan keenyaan biyya iraa baqanee. Yaka taka malee oromiyaa  iraa fagaanee,…

11 years ago

walaloon barreessaa seenaa gootoowwani

By Hawi Olani Kesesa   Gootoota Oromo0   walaloon barreessaa seenaa gootoowwani Awwaalame  hin hafnee hojiin harka saani Ijaan arguuf demnaa…

11 years ago

ODUU GADDISIISAA: Artisti Laggasaa Abdii heddu gargaarsaa lammiisaa barbaada!!!!!

  Artisti Leggasaa Abdii Shagar kabaa salaaleetti dhalate. Waggaa 50 dura, Artisti Wasanuu Didoo wajjin gara Finfinnetti dhufuun Afaan Oromootiin…

11 years ago

Geerarsa: Eegee gaalaa conqollee abbaan if dhaadu hin tollee…….

Ifiifuu ni barihaa lukkuu iyyuu hin baddini, ani shuumoo waa hin nyaadhu muyraa dhiquu hin baddin, Oromiyaa bal'oo keessaan jiraa…

11 years ago

“YOO DUBBANNE BUUBBEE YOO CALLIFNE BUQQEE”

"Akka hin nyaanne Zangaadaa marqitee Akka hin dhiifne Waa itti carreessitee" Kunoo dubbiin tiyya Tan akkasii taate Gad baasee himachuu…

11 years ago

Osoo hin gaafatin, Osoo hin hubatin….

Osoo hin qoratin Osoo keessan barin Daftee hin dubbatin! Dubbii qaccee qabdee hin raabsin jarjartee Booda ni gaabbita gaafa dhugaa…

11 years ago

NAMNI OROMUMMAAF YAADU GALATA QABA!

Namoonni tokko tokko akkaataa itti komatan malee akkaataa itti dinqisiifatan hin beekan. Oromoo fi Oromummaan maal akka taatee fi qabsoon…

11 years ago