Categories: AadaaAfaan Oromoo

Nazaret dabra ziyon Addis ababa

Nazaret dabra ziyon Addis ababa
Sa biyyan qabuu teenyati gaggabaa

Abddis Ababaa moo abddii gaggaba
Ta dhib barbbadaan ta qabu dhabaa

Silaa Finfinnee du’ulleen ju’uu
Maali gaa guyyaan dabrren deebi’uu

Naazaretiin arr’alle hadaamaa yaamaa
Sa yoo waa barti jaratii summu jaamaa

Naazaret yoo jaalate maa Gojjaam hin yaamne
Dabrazet yoo jaalate maa Gondar hin mogafnee

Asebe farii jetti Ciroon warri maraatte
Eenyu haa himuuf je’e aduun si dhaamte

Afaaniin tokkommaa duwwaa odeeyssa
Hin amaninaa adurree kheeysi bineensaa

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

10 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

10 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

10 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

10 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

1 year ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

1 year ago