Categories: JaarraaSeenaa

Nuti Oromooni magalaa gudditii Suweden Stockholm fii nannoo isii jiran walitti dhufuun, qooda nurraa eegamu bahuuf murteeyfanne

Nuti Oromooni magalaa gudditii Suweden Stockholm fii nannoo isii jiran walitti dhufuun, qooda nurraa eegamu bahuuf murteeyfanne
Du’aan adunyaa irraa galuu Jaarraa Abbaa Gadaatiif gadda nutti dhagayamee irraa khan ka’ee Oromooni magalaa gudditii Suweden Istockholm fii nannoo isii jiraatan arra walitii dhufnee isaafiis Rabbi khadhannee ififiis iimana sabrii waliin eega jennee booda waa lama irratti gadi fageenyaan marihanne.

 

Mariin tenya akka armaan gadiiti.

Duraan dursinee baga nagayaan walitti dhufnee eega waliin jennee booda akka amantii muslimatti abbaa kheenyaaf du’aa’in Sheekha kheenya Sheekh Abdallaan nuuf godhamtee.  Itti aansuudhan waa lama irratti bal’innaan marihanneeti jirra.
1. Joolleen Jaarraa Abbaa Gadaa akkamitti akka gargaaruu dandeenyuu
2. Akka yaadannoo J/Jaarraa Abbaa Gadaatiif siidaa itti dhaabuu dandeenyurratti turee khan marihanne. San booda ammaaf joolleen akka kharaa khoree waan khana qindeeysiteetiin akka gargaarru murteeyfanne. Garuu waan siidaa J/Jaarraa Abbaa Gadaa dhaabuuf walgahii biraa/koonfiransii maqaa Sooreessaa Jaal Jaarraa Abbaa Gadaatii akka goonu murteyfanneeti addan baane. Gama gargaarsa hatattamaa joollee Sooreessaa Jaal Jaarraa Abbaa Gadaatiif itti godhamu maqaa khoree qindeysituu guyyaa khanaatiin akka ergamuu  murteyfanne.
Khoreen qindeysitee khunooti.
1. Micheal, Dirree Idris
2. Mohamed Sani Abdalla
3. Misbaa Idiris
4. Abdulhakim Alwaan

Konto oromoförening  Plusgiro 718729-7 galatomaa warreen Joollee Jaarraa Abbaa Gadaa gargaaruuf if qabdan hundi galata qabdan.      

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

2 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

2 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

2 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

2 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

4 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

4 months ago