Filannoo har’a, Caamsaa 24, bara 2015 Itiyoophiyaa keessatti geggeessamaa jiru ilaalchisuun, gabaasaalee keenya magaalaalee adda addaatti bobba’anii jiran dubbisnee jirra. Ka Naannoo Sabaa fi Sab-0lammootaa fi Uummatoota Kibbaatti bobba’ee jiru –
Namoota bakkawwan adda addaatti sagalee kennaa jiranii fi ka biroo illee dubbisnee jirra. Hayyoonni biyya keessaa deemsa filannoo ilaalaa jiranis hubannaa isaanii nuuf ibsanii jiran. Waan maraafuu guutummaa qophii keenya addaa.
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…