Oromiyaa

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan hogganamu Oromiyaa keessatti ajjeechaa jumlaa,…

2 months ago

Abboota Sinodoosii Oromiyaa fi Sabaaf Sablammiin beekamtii dhowwamte

Hoji Geggeessaan Mana Lubummaa Aanaa Shaashamannee,Malaaka Gannat Luba Habtaamuu, Adeemsa Anatu isiniif beekaaSinodoosiin Bataskaana Ortodoksi Tawaahidoo Itoophiyaa Oromiyaairratti hordofaa jiru…

9 months ago

Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer

The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California alongside OLLAA on May 10th.…

11 months ago

Oromiyaa: The Land of Great Revolutionary Nationalists

Leenjiso Horo May 10, 2023 Oromiyaa is a land of great freedom fighters, the land of patriots. It is the…

12 months ago

Wal ga’ii hatattamaa Boordiin IOHPA galgala kana taa’een murteen armaa gadii kennamee jira.

IOHPA Board of Directors convened an extraordinary emergency meeting tonight and passed a resolution to establish a Task Force to…

1 year ago

“Oromoon waliif obsuu qaba, Inni darbe gahaadha, amma mariin fixachuu qabna” jedhu.

Turtii Barruu Addis Standard waliin taasisan irratti dhimma waraana Oromiyaa kan gaafataman Koloneel Gammachuun, “Oromoon waliif obsuu qaba, inni darbe…

1 year ago

Gaaffilee bu’uraa ummata Oromoo fii Sabaaf Sa-blammoota Ortoodoksii

1. Abboota Afaan, aadaafi Safuu ummata keenyaa beekaniin yaa tajaajilamnu 2. Durii Kaasee Manni Kiristaanaa mandhee siyaasaa tatee turteetti. Keessattuu…

1 year ago

Sinoodsii haaraa hundeeyfamerratti duulli maqaa balleessiin adda addaa baname.

Gareewwan mana amantaa ijaaruun olaantummaa paartii tokkoo kabachiisuu barbaadan abbootii Sinoodsii haaraa hundeessan irratti duula maqaa balleessii adda addaa gaggeessaa…

1 year ago

Magaalaa Finfinnee keeysatti Alaabaan oromiyaa akka hin fannifamne dhoorkame.

Tibba manneen barnoota magaalaa Finfinnee keessa jiran keessatti sababa alaabaatiin hokkorri kaafamuun ni yaadatama. Kanuma hordofuudhaan dhiheenya mana barnootaa kan…

1 year ago

Witnesses: Drone strikes in Ethiopia’s Oromia kill civilians

NAIROBI, Kenya — Witnesses tell The Associated Press that drone strikes in Ethiopia’s Oromia region killed several dozen civilians last…

1 year ago