Bilisummaa Ummataa fii Walabbummaa Oromiyaatiif kan Qabsaawu Hogganni dhaaba ULFO/THBO haarayni, jiddu galeeysa hoggana qabsoo biyya Ambaa hin godhatu. Falmaan…
Bu'ureeffamuu Qabsoo Bilisummaa Oromoo keeysatti Utubaa Qabsoo kan tahan Qabsaawaa Injiinar Abdullaahii Luungoo bakka bu'aa Sooreysa Jaarraa Abbaa Gadaa tahuun…
Abdii Boruutiin Mata duree kanaan barruu kiyya kan har’aa otuun hin jalqabin, duraan dursee gammachuu natti dhaga’amen ibsuu barbaada. Waaqayyo/Rabbi…
Abdii Boruutiin Kutaa lammaffaa: Gayeen ULFO sarana maali? Egereen isaa hoo? Mata duree Waa Taa Taa kana jalatti kutaa duraa…
Ummanni Oromo gabrummaa motummoonni ‘Habashaa’ irraan gayan jalaa of- baasuuf bara afurtamaa ol qabsoo hidhannoo deemsisaa jira. Barriin dheera kana…
The United Liberation Forces of Oromiyaa, ULFO is deeply saddened and shocked to know that ourlong time leader is no longer with us. ULFO is deeply sadden and shocked over the loss of JaarraaAbbaa Gadaa, the great leader and Comrade who envisioned, laid the foundation and enabled theunification of GABUO, UOPLF and FIDO into one entity, ULFO. ULFO and the Oromo nation lost itsmost precious charismatic, dedicated and visionary leader. While ULFO grieves the loss of this greatson of Oromiya, we extend our most heartfelt sympathy to…
Soso’a qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti yeroo irraa yerooti jagnnooni, gootootni fi hayyootni dhimma saba isaanii kan waloof jecha gahee…