ULFO

Gaaga’ama Hanqinni Tokkummaa Jaarmiyoota Siyaasaa Oromoo Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) irratti Qabu

    Ibsa THBO-ULFO: Hagaya, 2016 Baroota 15 dura, qabsoo bilisummaa Oromoo qindoomina dabrees hanniisaa itti horuudhaf, humna qabsaawotaa mooraa…

8 years ago

Ibsa waraqaa Ibsaa Nagawoo Caamsaa 28, 2015 Intarneetti Irratti facaaseef

Addi Bilisummaa Oromoo (ABOn) seenaa miseensota isaa  sirriti beekaa.Kan waan gaarii hojjataan saba isaaniii biraatti kabajaan  beekamuu. Worrii waan gadhee…

9 years ago

Ibsa Gurmuu Qabsaawota fi Miseensota Adda Bilisummaa Oromoo (GQM-ABO) …

  Ibsa GQM–ABO irraa dhimma “Tokkummaa Jaarmayoolee fi Gurmuulee ABO” Caamsaa 27, 2015 irratti labsa bahee ilaalchiisee Akkuma beekamuu fi…

9 years ago

Ibsa waliif galtee hujii kan Dhaaba ULFO fii IFLO irraa kenname

I F L O /A I B O + ULFO/THBO Gumaan jaallan wareegamanii walabummaa Oromiyaatiin deebi'a Akkuma beekkamu Sooreeysi QBO…

9 years ago

Afeerraa Walgahii Hatattamaa Tokkummaa humnoota bilisummaa Oromiyaa ULFO  irraa  dhihaate.

27/02/2015 060/01//2015       Gara Oromiyaa midea Netwok     Dhaabbiilee siyaasaa kan bilisummaafii walabummaa Oromiyaa tiif qabsaawaniif. -Gootota…

9 years ago

Baga geeysan, Baga ittiin nugahe

Injifannoo dhiigaafii lafee jaallan wareegamaniitiin lafaafii mirga hagoo irratti argame, wareegamaan tiyfachuun abdiifii dambooba hegeree walabummaa Oromiyaati!!! xumura bara 2014…

9 years ago

IFLO shoorarkeessuuf yeroon isaa dhumee jira.

  Ibsa koree dandamachiiftuu IFLO ilaalchisee  ibsa dhaaba ULFO irraa kenname.   Addi Islaama bilisummaa Oromiyaa IFLOn dhaabbiilee siyaasaa hangafoota…

9 years ago

(I.F.L.O) Shoorakeessuuf yeroon isaa dhumee jira.

Waan hin barreeyfamin Dubbisanii sodaa hin jirre Uumuudhaan Mooraa Qabsoo A.I.B.O   (I.F.L.O) Shoorakeessuuf yeroon isaa dhumee jira. Ibsa Koree Dandamachiiftuu…

9 years ago

The Escalation of war of Ethnic Cleansing on the Oromo People

The current ruling party of Ethiopia has intensified yet again its war of ethnic cleaning on the Oromo people. Lately,…

11 years ago

IBSA DHAABA ULFO/THBO IRRAA KENNEME

  TOKKUMMAA HUMNOOTA BILISUMMAA OROMIYAA (THBO) UNITED LIBERATION FORCES OF OROMIA (ULFO) Guyyaa: Caamsa 10/04/2013 BILISUMMAA UMMATAATIIF FI WALAABUMMAA OROMIYAATIIF…

11 years ago