Categories: Aadaa

WANTA XIQQOO DUBBADHAA

 

Wanta xiqqoo dubbadhaa (2)

Qalbitti naaf qabadhaa

Dirqamas fudhadhaa (2)

Waan jechaa ni jedhaa sabni haa dhagayuu

Gaarii taananis walilleen haa gayuu

Ka’ee kunoo geerrarsaa

Saba koo deeggarsaa

Wallaalaa jarjaraa

Akka nama yaraa

Gaangeen koo zinnaaraa (2)

Anis harka bayaa

Sabni naaf dhagayaa!!

Tan garaa haadhaatti ilkee baase

Kan da’umsattuu haadha mankaraarse

Farra saba baldhaa kan ijallee jaamse!! (2)

Ilmoolee qeerransaa

Qeerransaa qeerransaa qeerransaa!!

Itti himaa geerrarsa

Jabaadhaa guddisaa

Isi gumaa baasaa

Isi nu bilisoomsaa

Isi abdachiisaa.

Ijoollee lafaa dhufaa

Abdiin isimarrattuu kufaa (2)

“Gabrummaa hiddaan buqqifnaa

Dadhabnu ilma itti guddifna!”

Jedhee Waaqoo Guutuu

Bilisummaanis waa hin haftuu

Gaafni sabni gabrummaa darbatu

Gaafni ofirraan marsee xoosii gatu (2)

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

2 years ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

2 years ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

2 years ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

2 years ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

2 years ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

2 years ago