Akkana Aanaan irraan eegganne
Maalumaa keeyssaa luqise onnee
Diina guyumaan qalu nama isaa
Namomaan aleen wajji itti tumsaa
Mar’imaan darbbaafi liqimsee tiruu
Nyaatee madaqeef dabeesaaf jiruu
Akka adurree hooysinaan mataa
Kha fira taheef seehee gaarfata
Foon anootaa nyaatee qoqoree
Sombba lannaniif isaa akka saree
Jalatti galee oow’isaafi siree
Ni baddiif seehe kha if gurgure
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…