walaloo

Walaloo: Hirriibaatu nama raffisa

"Callisi jennaan, haa callisani" Akka isaan na dhiisan godhe Isaan hin tuqu isaan hin ilaalu" Jedhi ajjessi badi Ati dhugumaan…

2 years ago

Biyyattii wakkiilli Waaqaa fi odeessaan oduu Waaqaa baayyatee lafa dhiphise keessatti..

Barsiiaan Kana Hinjedhu! “Biyyattii kadhaan xurumbaa, biyyattii dibbeen sagadaa iyyee dhikkisu keessatti; lafattii maqaa dhala namaan sagadi, iyyaa fi rukuttaan…

2 years ago

Beekaan waan dubbatu beekaa, wallaalaan waan beeku dubbata.

Kaleessa #Ilaamee #7 keessatti waan an barreesseen warri mufattan dhiifama guddaa akka naaf gootan, na hoofkalchitan, kabajaa guddaan isin gaaffachaa,…

2 years ago

Kitaaboota dubbifamuu qaban

Kitaaboota dubbifamuu qaban

3 years ago

QAROO QAXARA QOORE

Abuubakar Muussaa Wadaay Jaarraa, Yaadannaan waan hedduu irraa barra, Gameeysa, gamna hayyuu ilma Sabaa, Daawitii hawaasaa gaafa guyyaa jabaa, Biiftuu…

3 years ago

Ijoollee too yaa tiruu

Ijoollee too yaa tiruu

3 years ago

GOOTA MURTII DHUGAA……!

  Hayyuu meeqa kan biyyaaf abdatame, Du’aa jala bu’ee humnaan nurraa saamee, Diinaatu aagibeeysee ifaan saanii dhaamee, Guyyaa akka malee…

10 years ago

“Araa dhabni taanaa maraa dhabamee, Tanaaf ar’a taane gabroota namaa”

Walaloo gabaaba asii gadii kanaa hayyuu,beeka,aalimaa keenya guddaa Sheekh Abubakar Usaman Odaa(‪#‎Shek_Bakrii_Saphaloo‬) tu gaafa lubbuun jiru barreese. Mee dubbisaa ittiin…

10 years ago

Diinnii Maal Balleesse?!

Badii maalii qaba diinni? Nutu karra saaqeef, balabala banee olgalche. As taa'i jennee teessoorraa kaaneef. Cooma murree afanitti gurshine. Itittuu…

10 years ago

FILUUN BOORTAAN TAATU!

Najiib Zannuun irraa Filuun boortaa mitii Dabbasaan tan abbaatii Feetu gudureeysuun, Feetu goofareeysuun, Murtiin mataa keeti. Tan sabaatii mitii Kanniisa…

10 years ago