Suma barbbaadata lafa meeqaan deemee
Oduman siif iyyuu mataan na molaawee
Arriin naan facaate dullomee goollaaawe
Gaara dakhan jenne dachii wali gahee
laggeen meqa ceehee tayba meeqa bahee
Takkaa gadi hin tenye egan si qaadhimee
Suma faanaan Eejjuu oliifii gad deemee
Lafeetoo sii gube coraa kho sii waade
Abeedhee siif booye iyyee sii gadoodee
Diiga sii gadi naqe libuu too sief knnee
Alaa mana dhabe hoojumis naan hafnee
Haaruman galfadhu hagan si dhaqabuu
Halli nan teeysisu lagoo baraan qabuu
Ani kha durii mitii kunoo siin beeysisaa
Si khadhaa hifadhe ar’a siin doorsisaa
Sumaan hin dhine gaa maalumaa si malaa
Qapsoo dhalan galchu anuumaa siin galaa
Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…
Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…
Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…
Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…
Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ... Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…
December 10, 2023 Leenjiso Horo This article addresses the issue of the Oromo failure to…