Categories: Amantii

Hawaasa Muslimaa Afaan Oromoo Dubisu hundaaf !

 

Kitaabon Hayyuu Fi beekaa Seenaa Ustaaz Ahmaddiin Jabal Afaan Oromoon Qophaahan .

Kitaaboon Beekaan Seenaa fi miseensi koree fala barbaadu hawaasa Muslimaa Ustaaz Ahmaddiin Jabal Mana Hidhaa keeysa tahani bareeysan lamma ( 2 )

isaanis

1, Nifaaqaa Fi Munaafiqoota Haguuggiin Eenyummaa isaanii kan dhoksaa yommuu Saaxilamu

2,Fir’awna Fakkeenyumtii Abbootii irree
Qur’aana fi Macaafa Qulqulluu bu’uura kan godhate

Alhmdulilaah Kitaabon kun lameenu yeroo ammat hojiin isaani xumurame Harka RDH Kan seenef yeroo gabaaba keeysat hawaasa muslimaa biyya keeysa jiraniif Biyoota ala jiraniif yeroo gabaaba keeysati akka dhaqabu yeroo isiniif himnu gamachuU guddatu nut dhagahaama .

Kitaabon goota hayyuu seenaa kanaan katabaman kuniin kan hawaasa baldhaa birat fudhatama argataniif ergaa fi barnoota gudda dabarsan tahu isaatin biyyoottan Aduunya heddu gubbat kitaabni Afaan Amaara Maxaanfama turuun issa ni yaadatama .

Kitaabon kun Ameerikat Qindeeysumma Dhaaba Risaala Internationaltin ni maxanfama kan jedhame Eegamuuf Biyyaa Saud Arabiyaat RDH Qindeeyfame kan maxanfamu tahu gamachu gudaan isin beeksifna .

Jarmayaalef gareelen Islaamawwa biyoota kamuu keeysati argamtan kitaaba hayyuu keenya kana fi seenaa qabeeysa taheef kan mana hidhaa keeysat katabame kana harka ummata baldhaa galchuudhaf akka irrat hoojatan waamicha isiniif taasifna .

Namootan kitaaba kana maxaansu barbaadan gama toora
email raadiyoodaandiihaqaa@gmail.com
laakofsa whatsapp +4745146851
skype Daandii.Haqaa ykn Hamza Borana
gubbat yoo nuf bilbiltanii fi bareeysitan deebi hatatamaan isiniif deebifna .

Allahu Akbaar !!!

Kitaaba seenaa qabeesa kana harka keeysan keeysa galfachuuf qophaaha nus dhufaa jira fedhii Rabbiitin !!!

Kitaaba Gootin kun hidhaa keeysa tahe bareeyse nut baldhina keeysa teenye akkamit hin dubifne ? akkamit irraa hin barane ?

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

6 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

6 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

6 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

6 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

9 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

9 months ago