Du'a dheefa, du'a dheyxee... Yaa lammikoo, karaa meeyxee ? Nama keessaa si filattee Goojjo teetii gad darbitee Qeheef maatiin gargar…
Galmee injifannoo si yaa dirree duulaa, Gootummaa abbootiin si keessatti laala, Dhiigni galaanawee sirra yaa'e akka lolaa, Bar dhibba…
https://www.facebook.com/video.php?v=346537268844538
KALEESSAF DHEENGADDA, KICHUU HEDDUU MURTEE DHIIRAA DHALAAN JENNE HUNDHEEDHUMAAN HAAMTE. bineensa bosonaa, boqonnaa dhorkitee mukkeen gurguddaadhaa, gaaddisayyoo cirtee, lafa…
Taammanaa Bitimaa irraa Ginni bittaa-Maqalee Jarri qawween as galee Akkuma Minilik-faa Uummata keenya qalee Ijoollee…
Bara barri hammaatee dubbiin gara galte, Bara wanni hundi faallaatti geeddaramte, Hamileen duraanii hundi qabbanooytee Wanti jechaa turan hundinuu hanqattee…