Categories: Afaan Oromoo

Kitaabootni Afaan Oromoo eessatti gurgurama?

BEEKSISA

KANA BOODA KITAABA AFAAN OROMOO IDDOO BITANNU DHABNE JETTANII NUKOMATTUU LAATA? AKKAAKUU KITAABOTAA AFAAN OROMOO 100 OL TA’AN IDDOO ISINITTI ARGACHUU DANDEESSAN HAALA KANAAN QINDEESSINEE YEROO SINIIF DHAAMNU HEDDUU NUTTI TOLA!!
Dafaa daddafaa iyyaafadhaati dhaqaa bitadhaa Yaa OROMOO!!!

1. Gada Book shop- Merkato in front of Bus station
Tell: 09 11 11 22 93
2. Elellee Book shop- Merkato in front of Bus station
Tell: 0911 64 10 66
3. Jafar Book shop- Lagahar behind A.A. U. School of comers
Tell: 0911 12 53 24
4. Universal book shop- Arat Kilo in front of menilik II School
Tell: 011-111-04-26/011-156-63-97
5. Littman Trading -Churchil Godana in front of Emigration
Tell: 0911 89 94 68/09 30 01 34 22/0111262021
6. Hawi Book Store -Shashamane
0911704376/0916768654
7. Bokkuu Adaamaa (Wassinee Bashaa
Tel. 0911628701
8. Mana kitaabaa Subii-Naqamtee
0911787196
9. Ayaanaa PLC-Finfinnee -Saarbeet
Tel .0939508211
10. Book for All -Finfinnee -Ammist Kiiloo
Tel-0910245433
11. Mana Kitaabaa Dhaloota Qubee-Sabbataa
Tel. 0912643162/0913973358
12. Mana gurgurtaa kitaabaafi HuccuuAadaa Tokkoomaa, Buraayyuu
Lakk. Bil. 0912642651/0929125543/0921761219
13. Mana kitaabaa BIlisummaa -Adaamaa
Tel.0911415309/0923634151/0911792096
14. Mana kitaaba Jiisnaa-Sulultaa
Tel. 0911261335/0913247231
15.Abrahaam 0917815722
Gimbii
16. Turaa Amanuu 0910533093
Shaambuu
17. Habaaboo 0919454971
Sabbataa
18. Taliilaa Bulbulaa: Buraayyuu 0912844602
19. Ramiilaa 0911070586
Adaamaa
20. Ayyaantuu Dagaagaa 0912112437 Amboo
21. Guddattuu 0912636004 Finfinnee
22. Taarikuu Moges 0925815320- Najjoo
23. Taaddasaa Bayyanaa 0917847913- Dambi Doolloo
24. Gammadaa 0910878805 Finfinnee
25. Yoomiyyuu 0912841550 Askoo- Buraayyuu
26. Abdii 0917672709 Naqamtee
27. Elyaas Moosisaa 0911181157 Shaambo
28. Abdii Abbaa Joobir 0924037579- Alamganaa
29. Oftaaenus Dassee 0913778833/0943149286

bilisummaa

Recent Posts

Koree raawwachiiftuu ajeechaaf Oromiyatti ramadamte

Koreen dhoksaan ajjeestuu maqaa nageenyaatiin MNO keessatti Mummicha Ministeeraatiin hundaa'ee fi Obbo Shimallis Abdiisaatiin kan…

2 months ago

Iccitii hidhamuu Obboo Battee Urgeessaa

Haabtaamuu Tasfaayetiin: Tibba darbe kana mariin Paartilee siyaasa Oromoo jedhu kan kanaan dura bara cee’uumsaa…

2 months ago

Godina Baalee: galgala ar’aa magaalaan Roobee balaa ibiddaatiin qabeenyi hawaasa bal’aa hedduun barbadaawe.

Galgala sa’aatii 2:00 (8:00) irratti balaan kun naannoo Buufata durii (Aroge-Mannahaaraa) jedhamu,Masjidannuur cinatti suuqii fi…

2 months ago

Gadaan gujii abbaa gadaa 75ffaa argate

Ofii Abbootii Gadaa 74 baallii waliif dabarsaa asiin geessisan beektu? Haala duudhaa isaa eeggateen waggoota…

2 months ago

Oromiyaan ganna shan guutuu waraanan hunkuramaa jiraatuu namuu ni hubata

Ijoollee Wareegamtootaaf Jecha ...  Nagaa Bara ammaa silaa martuu bakka maratti muldhata. Oromiyaan ganna shan…

4 months ago

Abiy Ahmed’s erecting Memorial Statues for genocidists of the Oromo for Menelik II and Haile Selassie

December 10, 2023 Leenjiso Horo    This article addresses the issue of the Oromo failure to…

4 months ago