Oduu Haaraya

Qeerroon godina baalee aanaa gaasaraa Ganda kolooba sa'aadaa marsaa lmmaffaaf FXG alaabaa teenna tan ABO gandattii...

Publicerat av Ima-dhufa Guyyaan den 20 februari 2016

‪Wayyanee ka’i malee, biyyi tee Maqalee galii malee..

 

Qeerroon godina baalee aanaa gaasaraa Ganda kolooba sa’aadaa marsaa lmmaffaaf FXG alaabaa teenna tan ABO gandattii keessa balaliisan naa jiraadhaa sanyiiwwan leencaa isiniin uf dhaadanna isiniin waliin jirra nuu jabaadhaa

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Ollaa: Oromo Legacy Leadership And Advocacy Association

IMPORTANT UPDATE: OLLAA is always seeking for opportunities to engage with Oromo communities around the …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *