Oduu Haaraya

‪#‎OromoProtests‬ Duulli OPDO haxaayuu itti fufee jira

 

“GO/SH/LI/ Aanaa Dandii (Ginci) iddoo itti bara kana qabsoon eegalettii gaggeessitoota olaanoo OPDO buusan. Ob.Kabbadaa Bajigaa I/G/W/OPDO, Ob.Taddasaa Birruu, Bulchaa Aanaa, Ob Mardaasaa Bul/Nageenya buusuudhaan, bakka I/G/OPDO Ob Itichaa Qaabataa, Bakka Bulchaa Ob. Taaddalaa Hospitaala Ambootti manaajera kan ture , bakka Bu/Nageenyaa immoo Aanaa Ilfataa irraa fiduuf jedhu.”

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …