#OROMOPROTESTS, guyyaa har’aa sirni awwaalcha barataa Bilisummaa Lammii shawaa Bahaa Magaalaa Ejeree keessatti raawwatee jira.sirna awwaalcha isaa kana irratti rakkoon “Amantaa Waaqeffataa waan tureef nu biratti hin galmoofne akkasumas bakka itti awwaalamuuf gibira hin gabbaree” jedhamu uumamu illee sirni awwaalcha isaa bakka dargaggoonni hedduu fi maatiin isaa argamanitti haala ho’aa ta’een raawwateera!! RIP!!!
Check Also
Murtiilee Konferensi Gurmuu Hayyoota Oromoo (GHO) 15.08.2020
Nuti, kanneen yaa’ii guyyaa hardhaa 15.08.2020 mataduree “Beekumsa hidhachuudhaan Oromoo fi Oromiyaa roorroo diinaa irraa …