Oduu Haaraya

‪#‎OromoProtests‬ Warreen mana hidhaa baddannoo keeysatti hidhaman muraasa

kumaa oliitu hafe”
1.Ahmed shagge (hoojataa waajira bishaani)
2.Haaji Turee (hoojataa waajira MMD)
3.Jaafa (hoojayaa waajiraMMD)
4.Jawaara qaadii(hoojattuu waajira MMD)
5.Dhaabaa Mirressa (hoojataa waajira MMD)
6.Dr Jabeessa Dhaabaa (dooktara)
7.Megarsaa Aliyyii (konkolaachisaa)
8.Megarsaa Mohammed (mana Taaloo dhiira)
9.Kadiir Ijoo ( Barataa univarsitii jijjigaa kompitar sayinsii waggaa4ffaa)
10.Durrii (barataa)
11.shamshudiin Abdellaa Ra’uf (gargaaraa konkolaachisaa)
12.Jamaal Abraahim (hoojataa waajira bulchuinsa)
13.Ahmed siraac (daldalaa huccuu)
14.Amran (Haadha mana hooteela Amran)
15.Hamdii Ahmed (dargaggoo magaalaa)
16.Zubeeyri Ahmed (Abbaa qabeenyaa guddaa)
17.Ruumiya (haadha manaa zubeeyri)
18.Nasiim Nuroo (Haadha hootela Bilaal)
19.Salahadiin Abdurazaq (Abbaa Qabeenya)
20.Shukri Abddalla (hoojataa mana Elektrooniksii fi barreefama)
21.Hassan Shakhee (manguddoo Biyyaa waggaa 70 mi)
22.Aliyyii Mohammed (Abbaa maati)
23.leelloo Abdi (haadha ilmoo waggaa sadihii)
24.Roobaa Abdii(Barataa)
25.Ahmed Usmaail (daldalaa)
26.Obsaa Ahmed (daldalaa)

Check Also

olla

Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer

The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California …