Oduu Haaraya

Galmee seenaa keessaa…

Manni kun gaara mullataa Aanaa gurawaa keessatti argama,  inniis iddoo mootichi nafxanyaa haylasillaaseen mootii lij Iyyaasuu itti hidhe iddoo kana deemee namni daawwate Gara jabeeny/hammeenya mootummoota nafxanyaa salphatti hubata.   Sababniis gochi yeroosana lij Iyyasuu irratti raawwatame ammallee as keessatti waan mullatuufii.

Check Also

Obbo Baqqalaa Garbaa biyya aambaatti hafuufi hooggansummaa KFO’s gad-dhiise

Baroota dheeraaf karaa dhaabaa fi dhuunfaan siyaasa Itoophiyaa keessatti hirmannaa godhaniin kan beekaman Dura taa’aa …