Hegeree Oromiyaatiin
Mudde 11/2015 walakkaa handhura Oromiyaa magaalaa Finfinnee keysatti kan argamu Masjidni anwar dhohinssa bonbi keysatti dhoheen namni 4 kan galaafataman tahuun gabaafame jira.
Keysa beytonni haala motummaa wayyaane akka ibsaa jiranitti FDG barattota Oromotiin gad-geyfamaa jiru dhukkubbii mataa waan itti tahee jiruuf dhimma amantii keysa gale iddo salaataaf muslimonni itti walitti dhufan dhosee qaama biraatu biyya sene jechuu fakkeysuuf kan karorfate jiru tahuun hubatamaa fi qabatamaan irra genye jirra jechuu dubbatanii jiru.