Hegeree Oromiyaatiin
Gaazexaan Al-masrytoday ja’amu Dr. Naansii Umar waabeefchuun akka gabaasetti motummaan wayyaane yeroo ammaan tanaa haala maraatu keeysatti argamu irraan kan ka’een motummaa masriitu ummata Oromo abbaa biyyaa abbaa lafaa nu irratti kakaasaa jira jechuun fashaluu isii qaama biraatti xuri haqachuuf barbaada ja’anii jiru.
http://www.almasrytoday.com