Oduu Haaraya

Artistiin Oromoo Beekamaan Gammachiis Bayyanaa dhukkubsatee akka gargaarsa barbaadu ibsame.

Ayyaantuu.com

Gammachiis BayyanaaArtistiin beekamaa fi sabboonaan Gammachiis Bayyanaa dhukkubsatee yaala dhabuun manatti galee akka jiruu fi yaalamuufis humna isaa waan hin qabneef gargaarsa akka barbaadu sabboontonni Oromoo ibsan.

Yeroo dheeraaf walaloowwan, diraamaa gaggaababoo fi sirboota adda addaa rakkoo fi miidhaa ummata Oromoo ibsan, kan haqaa fi duudhaa Oromoo calaqqisan qopheessun uummataaf gumaachaa, ummatas hamleessaa kan ture yoo ta’u, hojiiwwan isaa keeyssaa diraamaan gabaaboo fi walaloowwan akka “Dache”, “Bubbee” kkf kanneen ummata biratti fudhata argatanidha.

Hojiiwwan isaa keessaa “Bubbee” kan jedhu caqasaa.

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …