Hegeree Oromiyaatiin
Sudaani fi barattota lammi warra dhihaa Sudaan keysatti barachaa jiran.
Itti gaafatamaan kollajji Medikaala Sudaan akka ibsetti barattonni warra dhihaa 12 gara biyya turkii imaluun biyya Suriyaatti Dhaabbata ISSItti dabalamu isaanii ibsee jira.
Akka ibsa itti gaafatamaa kanaarraa hubatuun dandeyametti kuni yaro lammadaaf tahuu ibsee barattota kannen keysa barattonni engilizi fi Amerkaa Akkasuma Kanadaa jiraachuu ibsee jira.