Oduu Haaraya

Beeysisa: Obboo Johaar Mohammed hawaasa Oromoo biyya Suweedin galateeyfachuuf Adooleessaa 20/04/2015 nu keessatti argamuuf waan deemu akka qooda irraa fudhattan isin afeera

Nageenyi Waaraan Ilmaan Oromoo Maraaf,

Nagga keenyatti aansuun Waamicha gammachiisaa Uummata Oromoo Swedenii fi nannawaa ishee jiran maraaf. Yeroo dheeraaf kan hawwamaa fi eegamaa ture hayyuu kabajamaa fi Xiinxalaa syaasaa Obbo Jawar Mohammed Ebla 18, 2015 Sweden, Magaalaa Sundsvall itti Oromoota sweden fi nannawaa ishee jiratan waliin marii bal’aa gaggessuuf waan deemuuf Ilmaan Oromoo marti dhimma Midiyaa keenya irratti guyyaa kana yaada qabdan hundaaf iyyu isin keessumsiisuuf Obbo Jawar fi Hawaasni Oromoo Västern NorrLand qaphii isaa xumaratanii jiru. Maal ree kabajaa waliin nagaan kotta isiniin jedha koreen qophessitu ayyana kanaa. Akkasumas aristooti Oromoo bebekamoon akka Abbabaa Abbashuu fi Tottobaa Taddasaa isin bashannansiisuf karaa irra jiru kunoo galata qabuu itti dhihaadhaa.

Namooti  isin qunnamtan

Jemal Ahimed:  0739313891

Abdii Mohammed: 0706156973

Nasiraddin Mohammed0769803025

Koree Qindessituu Qophii Kanaa ti!

Check Also

olla

Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer

The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California …